Accessibility
The Barnes & Noble Holiday Gift Guide Find the Perfect Gift | Shop Now The Barnes & Noble Holiday Gift Guide Find the Perfect Gift | Shop Now

Iccitii Gosa Dhiigaa

Paperback
$25.00
Promotion message icon

Premium Members save an extra 10% and all Members collect stamps to save with Rewards. 10 stamps = $5.

Formats
In stock
This item is currently out of stock online.
Free standard shipping on orders over $60
Select a store to view item availability.

Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn eenyummaan isa tokko kan ta'eefi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har'a ga'ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaafi adda duree ta'e, jechuunis 'Eenyummaan Namummaa' ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaafi dhaala maatii keenyarraa dhaallu kamiinuu ol kan ta'edha.

Ogummaa uumamaa ajaa'ibsiisaa kan bulbula baayoloojii fi seelotaa akkasumas pilaazimaarraa d...