Dhuga Ba'umsa Amantii Ergamootaa: Barsiisa Kiristoos Isa Gara Jalqabaa
Available on compatible , the free NOOK App, and in My Digital Library
NOOK App
Download NOOK app
NOOK Devices
NOOK eReaders
- NOOK GlowLight 4 Plus
- NOOK GlowLight 4e
- NOOK GlowLight 4
- NOOK GlowLight Plus 7.8"
- NOOK GlowLight 3
- NOOK GlowLight Plus 6"
NOOK Tablets
- NOOK 9" Lenovo Tablet
- NOOK 10" HD Lenovo Tablet
- NOOK Tablet 7" & 10.1"
- NOOK by Samsung Galaxy Tab 7.0 [Tab A and Tab 4]
- NOOK by Samsung [Tab 4 10.1, S2 & E]
Free NOOK Reading Apps
- NOOK for iOS
- NOOK for Android
BN.com website
Go to your Digital Library in My Account
Warra akka keenya Waaqayyotti amananii jiraniif amantiin ergamootaa barsiisa hafuuraa guddaa nuuf argamsiisu. Amantiin isaanii ergaa guddaa laphee keenya keessa nuuf kaa’a, sababiinsaa wangeela qajeelummaa Waaqayyoo waan labsuuf. Kanaafuu waan hundumaa dursa amantii akkanaa qabaachuu nu barbaachisa.
Namni Yesuusitti amanu kam iyyuu qajeelummaa Waaqayyoo beekee itti amanee guutummaa addunyaatti labsuu qaba, sababiinsaa wangeelichi guutummaa biyya lafaatti yoo lallabame malee namni karaa ittii...






















